Fana: At a Speed of Life!

Obbo Gadduun, ministira Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

0 98
Finfinnee, Fulbaana 28, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Sudaan Kibbaa Awwat Deeng Akuuyil waliin mari’atan.
 
Obbo Gadduun, Awwat Deeng Akuuyil waajjira isaaniitti simatanii mariisisaniiru.
 
Sadarkaa nageenya Sudaan Kibbaa fi kallattii gara fuula duraarratti mari’ataniiru.
 
Nageenyi biyyattii akkaataa waliigaltee Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa mijeessaniin, fooyya’aa jiraachuun ibsameera.
 
Qabiyyeewwan waliigaltee hafanis hojiirra oolchuurratti kan hojjetamu ta’uun ibsameera.
Comments
Loading...