Fana: At a Speed of Life!

Feesbuukiin Ityoophiyaatti sagantaa ragaalee sobaa hir’isu danda’u eegale

0 313

Finfinnee, Fulbaana 28, 2012 (FBC) – Feesbuukiin Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 10  keessatti sagantaa ragaalee sobaa hir’suu danda’u eegale.

Dhaabbanni Feesbuukiin Ityoophiyaa dabalatee biyyota Sahaara gaditti argaman Zaambiyaa, Somaaliyaa, Burkinaa Faasoo, Yuugaandaa, Taanzaaniyaa, Dimokiraatiki Rippabiliik Koongoo, Kootdivaar, Giinii Koonkiree fi Gaanaa fa’i sagantaa ragaalee sobaa hir’isuu danda’u kan eegale.

Marsariitii feesbuukii sobaa cufuu, qaamolee odeeffanno dhugaa dabarsaaniin walbaruu fi deeggarsa maallaqaa kan taasisaan gidduutti qajeelfamoota saganticha keessatti argamu jedhameera.

 

 

Comments
Loading...