Fana: At a Speed of Life!

Agarsiisni koonistiraakshinii idil addunyaa Finfinneetti banameera

0 79

Finfinnee, Fulbaana 28, 2012 (FBC) – Agarsiisni koonistiraakshinii idil addunyaa Finfinneetti banameera.

Agarsiisni koonistiraakshinii idil addunyaa; Aaddiis Biild 10ffaan har’a Finfinneetti banameera.

Galteewwan koonistiraakshinii fi bu’uuraalee misoomaa agarsiisichaan dhiyaataniiru.

Waltajjichaan dhaabbileen Tuurk, Ityoophiyaa, Jarman, Saawdii, Chaayinaa hirmaachaa jiru.

Agarsiisicha kan qopheesse Ityoophiyaa fi Tuurki.

Dhaabbileen koonistiraakshinii biyyoota 13, waliigalaan 97 ta’an waltajjicharratti hirmaachaa jiru.

Waltajjichi guyyootii 4f kan turu yammuu ta’u, hidhata gabaa ni uuma jedhameera.

Comments
Loading...