Fana: At a Speed of Life!

Gatiin boba’aa Onkololeessaa gatuma Fulbaanatiin itti fufa

0 84

Finfinnee, Fulbaana 27, 2012 (FBC) – Gatiin boba’aa baatii Onkololeessaa qinxaabodhaan gatuma Fulbaanatiin itti fufa jedhe Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii.

Sochii hawaas diinagdee tasgabbiin itti fufsiisuuf boba’aa xiyyaaratiin ala boba’aan kaan Fulbaana 28 amma Onkololeessa 30,2012tti gatuma baatii duraatin itti fufa jedheera ministeerichi.

Boba’aan xiyyaaraa Fulbaana keessa liitiraan Birrii 25.56 gurguramaa ture dabalata Birrii 1 fi saantima 07; Birrii 26.63 akka gurguramu murtaa’era.

Comments
Loading...