Fana: At a Speed of Life!

Yoomiif Qajeelchaan meetira kuma 10n meetii argamsiise

0 162

Finfinnee, Fulbaana 26, 2012 (FBC) -Yoomiif Qajeelchaan shaampiyoonaa atleetiksii addunyaa Doohaatti gaggeeffameen meetira kuma 10n Ityoophiyaadhaf meedaaliyaa meetii argamsiise.

Joosha Cheepiteegiin 1ffaa ba’uudhan meedaaliyaa warqee, Rooneeks Kiipruutoon 3ffaa ba’uudhan maaldaa argamsiisera.

Comments
Loading...