Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Maaraatoona dhiirootan Warqee fi Meetii argateetti

0 205

Finfinnee, Fulbaana 25, 2012 (FBC) – Shaampiyoona Atleetiksi idil addunyaa
Ityoophiyaan Maaraatoona dhiirootan Warqee fi Meetii argateetti.

Atleet Leellisaa Deessisaan 1ffaa ba’uun meedaaliyaa Warqee argamsiiseera.
Leellisaan fageenya sa’aati 2 fi daqiiqaa 10 fi maaykiroo sakandi 40 galuun saffisa yeroo kanaa galmeesseera.

Atleet Moossinnat Garramoo fageenya sa’aati 2 fi daqiiqa 10 fi maaykiroo sakandi 44 galuun 2ffaa bahuun meedaaliyaa Meetii argamsiseera.

Comments
Loading...