Fana: At a Speed of Life!

Torban agarsiisa aadaa Oromoo baname

0 145

Finfinnee, Fulbaana 13, 2012 (FBC) – Torban agarsiisa aadaa Oromoo baname.

Agarsiisichi Giddugala Aadaa Oromootti banameera.

Agarsiisni kun ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee sababeeffachuudhan kan qophaa’edha.

Sirnichi anga Fulbaana 23,2012tti kan turu ta’a.

Agarsiisa kana irratti uffaannaanii fi meeshaaleen aadaa Oromoo godinaalee addaddaa, nyaatni aadaa, kitaabotni addaddaa dhiyaataniiru.

Comments
Loading...