Fana: At a Speed of Life!

Qe’ee keenyatti deebineerra baga gammaddaan – obbo Shimallis Abdisaa

0 173

Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC) – Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa wayita Fiigicha guddaa Irreecha Finfinnee eegalsiisan qe’ee keenyaatti deebineerraa baga gammaddan jedhaniiru.

Waggaa 150 booda gara keenyaatti deebi’un mallattoo tokkummaa Keenya ta’e Irreecha sababeeffachuun fiigicha guddaa kanarratti kan hirmaattan hundi keessan seenaa qooddatanii jirtu baga gammaddani jedhaniiru.

Comments
Loading...