Fana: At a Speed of Life!

Hordooftoonni amantii Kiristiyanaa Ortodooksii magaalaa Baahir Daar hiriira gaggessaan

0 358
Finfinnee, Fulbaana 11,2012 (FBC) – Hordooftoonni amantii Kiristiyanaa Ortodooksii magaalaa Baahir Daar hiriira nagaa gaggessaan.
 
Hordooftoonni amantii Kiristiyaanaa Ortodooksii godina Gojjaam Bahaa, bulchiinsa magaalaa Dabra Maarqosis hiriira gaggessaaniiru.
 
Hiriira kanarratti, dhiibbaa mana Kiristiyaanaa Ortodooksii irratti taasifamaa jiru akka dhaabbatufi hiriirtoonni kun gaafachaa kan turan. AMMA
Comments
Loading...