Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi Irreecha Hora Finfinnee eegalame

0 155

Finfinnee, Fulbaana 11,2012(FBC) – Fiigichi Irreecha Hora Finfinnee Addabaabaayii masqalaatti eegalame.

Fiigicha seena qabeessa kana Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa eegalchisanii jiru.

Fiigicha kanarratti namoonni babbeekkamoo fi atleetoonni hirmaataniiru.

Comments
Loading...