Fana: At a Speed of Life!

Dr Abiy Ummanni Hadiyyaa falaasama ida’amuu gochaa agarsiisuu isaaniif galateeffataniiru.

0 378
Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Ummanni Hadiyyaa falaasama ida’amuu gochaa waan agarsiisaniif galateeffatamuu qabu jedhaniiru.
 
Dooktar Abiy hawaasa magaalaa Hoosa’inaa fi naannoo ishee irra dhufan istadiyaamii magaalichatti haasaa taasisaaniiru.
 
Haasaa isaani kanaanis Ummanni Hadiyyaa keessumatu dargaggoonni Hadiyyaa hundi tokkummaa cimsuun fulduratti bu’uura kaa’uu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru jechuun Alaazar Taaddaleetu gabaase.
Comments
Loading...