Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Godina Hadiyyaa magaalaa Hoosa’inaa galan

0 152

Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Godina Hadiyyaa Magaalaa Hoosa’inaa Galaniiru.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii marii hawaasaa taasisuuf magaalaa Hoosa’inaa galaniiru

Jilichaaf jiraattooni magaalaa Hoosa’inaa fi naannoo ishee Istaadiyamii Abiiyyuutti simanna ha’a taasisaniiru.

Dooktar Abiy turtii isanitiin jiraattoota godinicha irra walitti babba’aan waliin dhimmoota garaa garaa irratti ni mari’atu jedhameeti eeggama

Comments
Loading...