Fana: At a Speed of Life!

Taammiruu Damissee fi Magarsaa Taasisaan gara biyyaa deebi’an

0 169

Finfinnee, Fulbaana 10, 2012 (FBC) –Paaraa Olompiikan Ityoophiyaa bakka bu’uun Olompiika Riyoorratti kan dorgome Taammiruu Damissee fi Magarsaa Taasisaan gara biyyaa deebi’an.

Olompiika Riyoorratti mallattoo mormii muul’isuudhan waggoota sadiif baqannaarra turaniiru.

Taammiruun dorgommii T-13 meetira 1500 meedaaliyaa meetii argamsiisun isaa ni yaadatama.

Atleetota lamaanif simannaan baga nagayaan gara biyyaa deebitanii taasifameefira.

Comments
Loading...