Fana: At a Speed of Life!

Gamoon Waajjira Humna Qilleensaa FDRI Ramaddii Lixaa ebbifame

0 273

Finfinnee, Fulbaana 10, 2012 (FBC) – Gamoon Waajjira Humna Qilleensaa FDRI Ramaddii Lixaa ebbifame.

Raayyaan ittisaa qaamolee fedhii siyaasaa isaanii karaa hin malleen raawwachiisuuf socho’aniif qaawwa banuu hin qabu jedhaniiru preezdaantiin nananoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah.

Hogganaan ramaddichaa Koloneel Charinnat Mangashaan gama isaanitiin eegumsa qilleensaa fi lafoof teeknooloojii fi beekumsi barbaachisaadha jedhaniiru.

Wiirtuun ijaarrame saaxilamummaa elektirooniiksii fi saaybaraa ittisuuf humna ni ta’a jedhameera.

Ajajaa olaanaan Humna Qilleensaa FDRI Birgaadeer Jeneraal Yilmaa Mardaasaa fi Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad argamaniiru.

Comments
Loading...