Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan simannaa seensa dhaabbileen barnoota olaanoo mootummaa har’a ifoome

0 1,038

Finfinnee, Fulbaana 9, 2012 (FBC) – Sagantaan simannaa seensa dhaabbileen barnoota olaanoo mootummaa har’a ifoome.

Bu’uuruma kanaan barattoonni buleeyyiin hanga Fulbaana 25’tti kan galan yoo ta’u, baratoonni haaraan ammo Fulbaana 25 hanga Fulbaana 29’tti galmee kan raawwataan ta’u jedhameera

Dhaabbiilee barnoota olaanoo mootummaa mara keessatti Onkololeessa 3 barnoonni idilee ni eegala.

Comments
Loading...