Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaalee Godina Afdooritti haati tokko daa’iman 4 deesse

0 219

Finfinnee, Fulbaana 8, 2012 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Afdooritti haati tokko daa’iman 4 nagaan deesse.

Haati kun daa’iman 4 nagaan kan deesse Godina Afdoor buufata fayyaa Baha Imeeyitti ta’uu himameera.

Haati daa’imaani kun yeroo amma kana nageenya gaarii irra akka argamtu Dhaabbanii Raadiyoo fi Televizhinii naannoo Somaalee gabaaseera.

Bara darbe aanaa Raayyaa Qobbootti bakka Arquu’ate jedhamutti haati tokko daa’imaan 4 nagaan da’uun ishee kan yaaddatamudha

Comments
Loading...