Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat ministir deettaa Ministeera Tumsa Idil Addunyaa Swiidin waliin mari’atan

0 165
Finfinnee, Fulbaana 8, 2012 (FBC) – Aadde Mufariyaat ministir deettaa Ministeera Tumsa Idil Addunyaa Swiidin waliin mari’atan.
 
Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil ministir deettaa Ministeera Tumsa Idil Addunyaa Swiidin Peer Oolson Friid waliin mari’atan.
 
Ministir deettichi ijaarsa nageenyaa fi demokraasiirratti har’a magaalaa Finfinneetti aadde Mufariyaat waliin mari’ataniiru.
 
Swiidin damichaan tumsa taasisuu dandeessurrattis mari’ataniiru.
 
Ministir deetichi hoggansa mootummaa, qaamolee siiviilii, miidiyaa fi bakka buutota tumsa idil addunyaa waliin ni mari’atuun eegamu.
 
Comments
Loading...