Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Tamasgeen Xiruunah muudama haaraa laatan

0 147

Finfinnee, Fulbaana 7, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah muudama sadarkaa naannoo haaraa 14 laatan.

Haaluma kanaan;
1. Obbo Muluuqan Ayyahu; Koomiishinara Koomiishinii Siiviil Sarviisii
2. Dooktar Malkaamuu Abbitee; hogganaa Biiroo Fayyaa
3. Dooktar Dastaa Tasfaaw; hogganaa dhimma dhaabbilee mootummoota alaa
4. Obbo Goshuu Indaalammaaw; gorsaa addaa preezdaantichaa
5. Obbo Qalamuu Muluunah Immiruu; itti aanaa hogganaa Biiroo Daandii fi Geejibaa
6. Obbo Maaruu Chakkool Mangistuu; itti aanaa koomiishinara Koomiishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa
7. Obbo Fantaaw Awwaayyahu; itti aanaa hoji raawwachiisaa Eejansii Koonistiraakshinii Daandii Baadiyyaa
8. Obbo Zalaalam Liyaw; itti aanaa hoji gaggeessaa Eejansii Misoomaa fi Kunuunsa Hara Xaanaa fi Qaamolee Bishaanii
9. Aadde Baanchi’aamlaak G/maariyaam; daayreektara olaanaa Eejansii Galmeessa Ragaalee fi Taateewwanii
10. Obbo Mollaa Tizaazuu; itti aanaa daayreektara Eejansii Galmeessa Ragaalee fi Taateewwanii
11. Obbo Haabtaamuu Malaakuu; itti aanaa itti gaafatamaa Waajjira Preezdaantii
12. Aadde Wubaalam Iskazziyaaw; hoji gaggeessituu Waajjira Siidaa Wareegamtoota Amaaraa,
13. Obbo Addis Bayyanaa; itti aanaa hoji gaggeessaa Waajjira Siidaa Wareegamtoota Amaaraa
14. Obbo Ballaxaa Geetaanah; itti aanaa daayreektara Abbaa Taayitaa Qulqullinaa fi To’annoo Biqiloota, Sanyii fi Galteewwanii

Hoggansi kanneen Qaammee 1,2011 irraa eegalanii kan muudaman ta’uu Waajjirri ADP beeksiseera.

Comments
Loading...