Fana: At a Speed of Life!

Dr Abiy bakka buutota MM Waliigala Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa waliin mari’ataan

0 378

Finfinnee, Fulbaana 7, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota Mana Maree Waliigala Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa waliin mari’atan.

Maricharratti miseensonni Koree Fala Barbaadduu Islaamummaa Ityoophiyaa hirmaataniiru.

Miseensonni maricharratti hirmaatan ayyaana Masqalaatin dura sagantaa naannoo qulqulleessuurratti kan hirmaatan ta’uu ibsaniiru.

Comments
Loading...