Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen hoggansa olaanoo 6f muudama laatan

0 326
Finfinnee, Fulbaana 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah hoggansa olaanoo 6f muudama laatan.
 
Haaluma kanaan;
1.Obbo Gizaat Abbiyyuu Geetaaw hogganaa Biiroo Itti Fayyadamaa fi Bulchiinsa Lafa Baadiyyaa,
 
2.Dooktar Muuluuqan Adaanaa Xiruunah hogganaa Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii,
 
3. Obbo Biraanuu Xaamuu Yaalaw hogganaa Biiroo Daldalaa fi Misooma Gabaa,
 
4. Dooktar Maamaaruu Ayyaaleew Moogas hogganaa Biiroo Bishaan, Jallisii fi Misooma Iinarjii,
 
5. Dooktar Mallas Makoonnin Yimar hogganaa Biiroo Qonnaa,
 
6. Dooktar Ayyaaleew Wandee Mallas hogganaa Misoomaa fi Eegumsa Haroo Xaanaa fi Qaamolee Bishaanii ta’uudhan muudamaniiru.
Comments
Loading...