Fana: At a Speed of Life!

Koreen giddugaleessaa SDTUG dhimmoota dhaabbattummaarratti mari’achaa jira

0 151

Finfinnee, Fulbaana 5, 2012 (FBC) – Koreen giddugaleessaa Sochii Demokraasummaa Tokkummaa Ummattoota Gaambeellaa(SDTUG) dhimmoota dhaabbattummaarratti mari’achaa jira.

Waltajjichi guyyootii lamaaf kan turu yammuu ta’u, raawwii karoora misoomaa fi siyaasaa sochichaa 2011 irratti ni mari’ata jedhameera.

Hojiilee dhaabbattummaa bara 2012 fi sanada gurmii, naamusaa fi hojimaata sochichaarratti ni mari’atama.

Comments
Loading...