Fana: At a Speed of Life!

Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa har’a waaree booda ifooma

0 3,489

Finfinnee, Fulbaana 2, 2012 (FBC) – Daayreektarri Koominikeeshinii Ministeera Barnootaa aadde Harag Maammoon akka Faanaa Broodkaastiing Koorporeetitti himanitti qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa har’a waaree booda ifooma.

Barattoonnis qabxii qormaata isaanii karaa marsariitii Eejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatin ilaallachuu danda’u jedhaniiru.

Comments
Loading...