Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Wiirtuu Yaala Onnee daawwatan

0 438

Finfinnee, Fulbaana 2, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Wiirtuu Yaala Onnee Hoospitaala Speeshaalaayizdii Xiquur Aanbassaa keessatti argamu daawwatan.

Daa’imman wiirticha keessatti wallaansarra jiran daawwatanii, bara haaraa sababeeffachuudhan daa’immaniif kennaa laataniiru.

Wiirtuun Yaala Onnee Hoospitaala Speeshaalaayizdii Xiquur Aanbassaa ega hundaa’ee naannoo waggoota kudhanii lakkoofsiseera.

Amma ammaattis daa’imman kuma 4 oliif tajajaila wallaansa baqassanii yaaluu onnee, bilisaa laatera.

Comments
Loading...