Fana: At a Speed of Life!

Obbo Umad Ujuuluu baga Birraa geessan jedhan

0 146

Finfinnee, Qaammee 6,2011 (FBC) – preezdaantiin mootummaa naannoo Gaambeellaa obbo Umad Ujuluu baga Birraa geessan jedhaniiru.

Bara haaraa 2012tti tokkummaa cimsuun fayyadamtummaa misoomaa naannichaa saffisissuf hawaasni tokkumaa akka hirmaatu preezdaantiin mootummaa naannoo Gaambeellaa obbo Umad Ujuluu.

Bara haaraatti misooma, demokraasii, olaantummaa seeraa kabachiisuun Ityoophiyaa cimtuu ijaaruuf yaa tumsinuun waamicha dhiyeessaniiru.

Bara haaraatti jijjiirama akka biyyaatti eegalame itti fufsiisuun gara boqonnaa haaraatti ceesisuuf lammiin hundi ciminaa hojjechuu akka qabu dhaamaniiru.

Comments
Loading...