Fana: At a Speed of Life!

Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Ibiddaa fi Balaa Finfinnee ummanni balaa tiraafikaa fi balaawwan biroorraa akka of eeggan dhaame

0 107

Finfinnee, Qaammee 6, 2011 (FBC) – Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Ibiddaa fi Balaa Finfinnee ummanni balaa tiraafikaa fi balaawwan biroorraa akka of eeggannaa taasisu dhaame.

Guyyaa ayyaana jijjiirraa bara haaraatti dhuganii konkolaachisuu fi balaawwan biroorraa ummanni akka of eeggannaa taasisu koomiishinichi dhaamera.

Hawaasti nyaataa dhugaatii yoo qopheessu balaan abiddaa akka hin mudanne of eeggannaa akka taasisu dhaamera.

Ummanni deeggarsaa fi eeruu laachuu barbaadu karaa sarara bilbila bilisaa 939 fi toorota bilbilaa 0111555300/0111568601 akka fayyadamu dhaamera.

Comments
Loading...