Fana: At a Speed of Life!

Giifti dureen aadde Zinaash ijaarsa Wiirtuu Guddistuu Daa’imanii Qusqaam daawwatan

0 69

Finfinnee, Qaammee 6, 2011 (FBC) – Giifti dureen aadde Zinaash Taayyachaw guyyaa har’aa ijaarsarra kan jiru Wiirtuu Guddistuu Daa’imanii Qusqaam daawwataniiru.

Waayita daawwatan kana ijaarsi Wiirtuun Guddistuu Daa’imaan Qusqaam xumurarra jiraachu ibsameera.

Ijaarsi Wiirtuu kana yeroo xumuramutti wiirtuu tursiistuu daa’immanii aadde Zawdinash Maashashaa dabarfamee kan kennamu ta’uu ibsameera.

 

Comments
Loading...