Fana: At a Speed of Life!

Aadde Zinaash guddattoota Wiirtuun Guddistuu Daa’imaan addaddaarra walitti babba’an waliin bara haaraa kabajaan

0 96

Finfinnee, Qaammee 6, 2011 (FBC) – Giifti dureen aadde Zinaash Taayyachaw guddattoota Wiirtuun Guddistuu Daa’imaan addaddaarra  walitti babba’an waliin bara haaraa kabajaa jiru

Giifti dureen aadde Zinaash Taayyachaw Wiirtuun Guddistuu Daa’imaanii Finfinneetti argamuurraa walitti kan babba’aan guddattoota 650 waliin bara haaraa kabajaa jiru.

Bara haaraa 2012 boru eegallu sababeeffachuun sagantaa Waajira Muummee Ministeeraan kan qophaa’e irratti daa’imaniif affeerra ciree fi Laaqanaa taasisaniiru.

Giifti dureen aadde Zinaash Taayyachaw daa’imaan kanaaf uffataa fi kennaawwaan adda adda ni laatuufi jechuun Firehiywoot Saffiwuutu gabaase.

Comments
Loading...