Fana: At a Speed of Life!

Istaadiyamiin Kubbaa miilaa  Awustiriyaa gara bosonaatti jijjiirame

0 88

Finfinnee, Qaammee 5, 2011 (FBC) – Istaadiyamiin kubbaa miilaa Awustiriyaa tokko gara bosonaatti jijjiirameera.

Istaadiyamicha bosonaaf gaarii taasisee dizaayni kan taasise nama Kilaawus Liitmaan yoo ta’u, jijjiirama qilleensaa fi ciramuu bosonaa ittisuuf jedhaniitu.

Istaadiyamii kana keessa biqiltuun 300 dhaabateera.

Istaadiyamii bosonni keessaa dhaabame kun daawwattoota kuma 30 keessumeessu danda’a jedhame.

Biqiltoonni 299 bakka biqiltuu kunuunsan biraarraa dhufaniiru.

Gaafa pirojeektiin kun xumuramees qarqara dirree kubbaa miilaatti dhaabamu jedhamee eegama.

Maddi:- BBC

Comments
Loading...