Fana: At a Speed of Life!

Hizbolaahin Xiyyaara Israa’eel nama malee socho’u qilleensarraa rukutani buusan

0 198

Finfinnee, Qaammee 5, 2011 (FBC) – Hizbolaahin Xiyyaara Israa’eel nama malee socho’u qilleensarraa rukutani buusuun ibsame.

Xiyyarri nama malee soch’u kun rukutamee kan kufe, Kibba Libaanoos naannoo magaalaa Baraamaahitti ta’uun himameera.

Hiizbolaah maqaa kan hin dhoofne Xiyyaara xiqqaa nama malee socho’uu qabeenyumaan kan Israa’eel gara magaalaa imalaa otuu jirtuti qilleensarratti rukutuun kuffisuu ibsaniiru.

Xiyyaarittin humna waraanaa harka jiraachudha kan himame.

Raayyaa Ittisa Israa’eel gama isaatiin hojiirra kan turte xiyyaarri xiqqaa nama malee socho’u Kibba Yoordanoositti kufuusaa ibsa laateera.

Maddi:- Aljaziiraa

 

Comments
Loading...