Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Traamp waltajjii marii garee Taalibaan waliin taasisuuf turaan haqaan

0 123

Finfinnee, Qaammee 4, 2011 (FBC) – Preezdaant Traamp waltajjii marii icciitii Afgaanistaan garee Taalibaan waliin taasisuuf turaan haqaniiru.

Waltajjicha irratti preezidaant Traamp preezidaantii Afgaanistaan Ashiraaf Gaahnii fi hoggantoonni garee Taalibaan ni argamuun yaadame ture.

Preezidaant Traamp fuula Twiitarii isaanii irratti, waltajjii marii icciitii Preezidaantii Afgaanistaan Ashiraaf Gaahnii fi hoggantoota garee Taaliibaan waliin taasisuuf turaan haquu isaani beeksisaaniiru.

Maddi:- BBC

 

Comments
Loading...