Fana: At a Speed of Life!

Lammiin Ameerikaa daa’ima guyyaa 6 korojoon dhooksitee dabarsuuf yaalte to’annoo jala oolte

0 138

Finfinnee, Qaammee 1,2011 (FBC) – lammiin Ameerikaan daa’ima guyyaa 6 korojoon dhooksitee xiyyaraan dabarsuuf yaalte to’annoo jala oolteetti.

Janiifar Taalboon guyyaa kaleesaa buufata xiyyaaraa Fiiliippiinsi Maaniilaatti daa’ima guyyaa 6 korojoon dhooksitee darbuu si’a yaaltu to’anno jala oolteetti.

Janiifar to’annoo jala kan oolte sakata’insa hojjettoonni buufata xiyyarichaa taasisaaniin akka ta’e Deeyliin Ameerikaa balbaallomseera.

Nama umurii 43 kan taate Janiifar gocha kanaan yakka seera ala nama deddeebisuun himanni kan irratti baname ta’uu ibsameera.

 

Comments
Loading...