Fana: At a Speed of Life!

Bunni Ityoophiyaa leenjisaa Kaasaayee Arraagee ifatti muude

0 160
Finfinnee, Hagayya 30,2011 (FBC) –Kilabiin Kubbaa Miillaa Buna Ityoophiyaa leenjisaa Kaasaayee Arraagee ifatti muude.
 
Leenjistichii fi kilabichi har’a ifatti waliigaltee hojii mallatteessaniiru.
 
Leenjisaa Kaasaayee Arraageen gara kilabichaatti dhufuun; tapha kilabichaa kan duriii ni deebisuun itt abdatameera.
 
Hoggansi boordii Kilabii Buna Ityoophiyaa hojii mindeessuu kana raawwachuuf, koree ooppireeshinii kubbaa miillaa fi bulchiinsa teeknikaa hundeessee socho’aa tureera.
 
Kilabichi taphataasaa duraa yoo leenjistummaan mindeessu, tapha kilabichi ittiin beekamu deebisuu danda’uuni.
 
Waliigalteen mallatteeffame kan waggaa 4ti.
 
Leenjisaa Kaasaayeen bara 1979 amma 1994tti Bunaaf taphateera.
 
Waggaa 16 dura ammoo kilabicha waggaa 1 fi walakkaaf leenjiseera.
Comments
Loading...