Fana: At a Speed of Life!

Huwaawween Ameerikaa miidhaa Saaybeeriin himate

0 131

Finfinnee, Hagayya 29,2011 (FBC) – Dhaabbata oomisha teeknooloojii Chaayinaa kan ta’e Huwaawween mootummaan Ameerikaa miidhaa Saaybeeri geessisuun hojiirra dhiibaa akka uume ibsuun gochicha komateera.

Ameerikaa fi Chaayinaa gidduu burjaajjiin daldalaa isa jalqabaa kan ta’e Huwaawween sirni neetwoorkii taajaajila odeefannoo isaa  hojjetoota dhaabbaticha irratti miidhaa baasasumma geessise jedhu raga amansiisaa akka hin dhiyeessine ibsameera.

Ibsa yakkaa Huwaawween baase Ameerikaan gama isheetiin deebiin laatte hin jiru.

Maddi:- BBC

Comments
Loading...