Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni Oromoo Kaanaadaa jiraatu ayyaana Irreechaa kabaje

0 109

Finfinnee, Hagayya 28,2011(FBC)- Hawaasni Oromoo Kaanaadaa jiraatu ayyaana Irreechaa kabaje.

Hawaasni Oromoo Kaanaadaa Tooroontoo jiraatu ayyaana Irreechaa kabajeera.

Imbaasii Ityoophiyaa Ootaawaatti itti gaafatamaan damee diyaaspooraa obbo Margaa Fayyisaa fi jaallan waajjira isaanii ayyaanicharratti argamaniiru.

Imbaasichi akka beeksisetti ayyaanichi akkaataa sirna kabajaa Irreechatiin gaggeeffameera.

Comments
Loading...