Fana: At a Speed of Life!

Muummeen ministira Dooktar Abiy daawwanna isaani Kooriyaa Kibbaa eegalan

0 231

Finfinnee, Hagayya 19, 2011 (FBC) – Muummeen Ministira Ityoophiyaa Dooktar Abiy Ahimad daawwii guyyaa lamaaf Kooriyaa Kibbaa imalaniiru.

Muummeen ministira daawwanaa isaani Kooriyaa Kibbaa  guyyaa lamaan Preezidanti biyyatti Muunje waliin dhimmoota garaagaraa irratti ni mar’atu jedhameera.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Seehul yeroo ga’anitti hoggantoota olaanoo biyyattii fi hawaasaa Ityoophiyaa achi jiraataniin simannaa taasifameera.

Comments
Loading...