Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti ayyaanni Shaaday, Ashandiyyee fi Soolal galma barkumeetti haala ho’aan kabajamaa jira

0 178

 

Finfinnee, Hagayya 19,2011 (FBC) – sadarkaa Finfinneetti ayyaanni Shaaday, Ashandiyyee fi Soolal galma barkumeetti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.

Ayyaanicha irratti Ittii aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa fi preezidaanti Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xiruuneeh akkasumaas aanga’oonni mootummaa olaanoo dabalatee kutaa hawaasa bal’an hirmaataniiru.

Haaluma wal fakkaatuun ayyaanni Ashandaa haala ho’aan torbee dhufu sadarkaa Finfinneetti ni kabajama.

Comments
Loading...