Fana: At a Speed of Life!

Waajjiraaleen mirkana sanadootaa naannolee 4tti banamuufi

0 352

Finfinnee, Hagayya 17,2011 (FBC) – Waajjiraaleen mirkana sanadootaa naannolee 4tti banamuufi.

Waajjiraaleen kanneenis naannoo Oromiyaa, Tigraay, Amaaraa fi Kibbatti banamu jedhaniiru Ministeera Dhimma Alaatti daayreektarri daayreektoreetii dhimma qoonsilaa obbo Yohaannis Shadeen.

Baatii lama keessattis banamuun tajajaila laachuu ni eegalu jedhaniiru.

Ministeerri Dhimma Alaa tajajaila mirkana sanadaa barnootaa, dhalootaa fi fuudhaa heerumaa laatun dabalata, bobbiin hojii alaa dhiimmaa uumera jedhan.

Comments
Loading...