Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa booru walga’ii ariifachiisaa isaa ni gaggeessa

0 602

Finfinnee, Hagayya 17,2011 (FBC) – Manni marichaa booru walga’ii ariifachiisaa isaa ni gaggeessa.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI booru walga’ii ariifachiisaasaa ni gaggeessa.

Walga’ii ariifachiisaa kanaanis wixinee labsii filannoo fi wixinee labsii paartilee siyaasaa qorachuun ni raggaasisaan eegama.

Comments
Loading...