Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Briitaaniyaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biil. 4.23 walii mallatteessan

0 267

Finfinnee, Hagayya 17,2011 (FBC) – Ityoophiyaa fi Briitaaniyaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 4.23 walii mallatteessan.

Waliigalticha ministir deettaan Ministeera Maallaqaa FDRI obbo Admaasuu Nabbabaa fi ministirri Ministeera Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Briitaaniyaa Aalook Shaarmaan har’a mallatteessaniiru.

Deeggarsichis qulqullina naannoo, qabiinsa bishaanii fooyyessuu, seeft neetiif kan ooludha.

Comments
Loading...