Fana: At a Speed of Life!

Bara baajataa 2011tti Ityoophiyaan aggaammii saaybaraa 791 qolatteetti

0 177

Finfinnee, Hagayya 17,2011(FBC) -Bara baajataa 2011tti Ityoophiyaan aggaammii saaybaraa 791 qolatteetti.

Aggaammiin kun biyyattii Birrii biiliyoona 2 ol dhabsiisuu malaayyu jedheera Eejansiin Nageenya Odeeffannoo.

Miidhaan saaybaraa akka hin qaqqabne duursa ittisuu fi ega mudateen boodas miidhaa xiqqeessuun hojjetameera jedhan eejansichatti itti gaafatamaan diiviizhinii ittisaa fi qophaa’ummaa saaybaraa obbo Abrahaam G/tsaadiiq.

Bara 2012tti hojiin ittisaa cimee kan itti fufu ta’uu eeraniiru.

Comments
Loading...