Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Sanbata; Hagayya 18,2011 tajaajila akka hin laanne beeksise

0 383

Finfinnee, Hagayya 17,2011(FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Sanbata; Hagayya 18,2011 tajaajila akka hin laanne beeksise.

Baankichi tajaajila baankii diijjiitaalaa babal’isuu fi maamiltootaf tajaajila sadarkaasaa eeggate laachuuf humna teeknooloojii cimsachuuf socho’aa jira.

Haaluma kanaan Hagayya 18,2011 fooyyessa siistamaa waan taasisuuf, dameewwan guutuu biyyattiirraa qabutti tajaajila akka hin laatte eerera.

Maashinoonni ATM fi CBE garuu tajaajila barame ni laatu

Comments
Loading...