Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy hoggansa haaraa Sudaanif ergaa baga gammaddanii dabarsan

0 312

Finfinnee, Hagayya 16,2011(FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa haaraa Sudaanif ergaa baga gammaddanii dabarsan.

Janaraal Abdul Fattaah Buurhaan hogganaa Mana Maree Sudaan; miseensota 11 qabu ta’anii filatamuu isaanitiin baga gammaddan jedhaniiru.

Akkasumas Hagayya 11 waliigaltee mootummaa cee’umsaa taasifame hordofuun, muummee ministiraa Sudaan ta’anii kan filataman Abdallaa Hamdookin baga gammaddan jedhaniiru.

Comments
Loading...