Fana: At a Speed of Life!

Hawaasaatti waltajjiin marii nageenyaa gaggeeffamaa jira

0 103
Finfinnee, Hagayya 16,2011(FBC) – Magaalaa Hawaasaatti waltajjiin marii nageenyaa gaggeeffamaa jira.
 
Waltajjiin marichaa mata duree ” Kaleessaa amma har’aatti tokkummaa hedduminaa; walooman itti fufe” jedhuun taa’amaa jira.
 
Jaarsoliin biyyaa naannoo Kibbaarraa walitti babba’an, abbootiin amantaa, hayyoonni, hoggansi durii, artiistonnii fi waldaaleen hawaasummaa hirmaachaa jiru.
 
Waltajjicha kan qopheesse Prees Sakreetaariyaatii fi Raadiyoo fi Televiizhinii Naannoo Kibbaati.
Comments
Loading...