Fana: At a Speed of Life!

Weerarri awwaannisaa baha Ityoophiyaatti mudachuu Ministeerri Qonnaa beeksise

0 238
Finfinnee, Hagayya 15,2011 (FBC) – Weerarri awwaannisaa baha Ityoophiyaatti mudachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
 
Ministeerichatti daayreektarrii ittisaa fi farra ilbiisaa obbo Waldahawaariyaat Asfaan akka beeksisanitti weerarichi babal’achaa jira.
 
Weeraricha ittisuufis Ministeerri Qonnaa biirolee qonnaa naannolee waliin hojjechaa jira jedhan.
 
Haala qilleensaa hordofuun weerarri mudachuu waan maluuuf qonnaan bultoonni odeeffannoo ogeeyyii qonnaa akka argatan dhaamaniiru.
Comments
Loading...