Fana: At a Speed of Life!

Paartileen siyaasaa Sudaan Kibbaa Finfinneetti mari’achaa jiru

0 92
Finfinnee, Hagayya 15,2011 (FBC) – Paartileen siyaasaa Sudaan Kibbaa Finfinneetti mari’achaa jiru.
 
Paartileen Sudaan Kibbaa waliigalteewwan kanaan duraa hojiirra oolchuurratti mari’achaa jiru.
 
Mootummaa cee’umsaa hundeessuuf hojiilee hojjetamanii fi gufuuwwan mudatanirratti ni mari’atu.
 
Yaadni mootummaa cee’umsaa hundeessuu baatiiwwan 6 dheereffamaa kan ture yammuu ta’u, yeroon dheereffames Sadaasa keessa xumurama.
 
Waltajjiin marichaa ministira Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachawiin duurfama.
 
Comments
Loading...