Fana: At a Speed of Life!

Ji’atti yeroo tokko hojjettoonni sochii qaama ni hojjetu jedhame

0 126

Finfinnee, Hagayya 13,2011 (FBC) – Ministeerri Fayyaa bakkee hojii gaarii uumuuf sochiiwwaan taasifamaan keessa bakka boqonnaa sa’aati shayeetti sochiin qaama eegaluun isa tokkodha.

Sochiin qaamaa kun hojii keessatti qaama ofii hiikuu fi sammuu si’achiisuuf yeroo hunda kan hojjetamu yoo ta’u, hojjettoonni manneen hojii hundumaa kan irratti hirmaataan ta’a jedhan.

Ji’atti yeroo tokko sochiin qaamaa erga taasifamee booda kan hojjettoota tokkuummaa ni adeemsifama jedhaniiru.

Comments
Loading...