Fana: At a Speed of Life!

Al Bashiir himata malaammaltummaan mana murtiitti dhiyaatan

0 150

Finfinnee, Hagayya 13,2011 (FBC) – Aangoo irraa kan ittifaman Preezidaantiin Sudaan duraani Omaar Hasaan Al Bashiir himata malaammaltummaa isaanirratti dhiyaateen mana murtiitti dhiyaataniiru.

malaammaltummaa cinaatti, maallaqa seeraan ala daddabarsuu, shoroorkeesummaa deeggaruu fi namoota mormiif bahan akka ajjeefama ajaaju kan jedhuun himatamaniiru.

Gareen abukaatoo Al Bashiir himatni kun bu’uura hin qabu jechuun mormaafi jiru.

Maddi:- Aljaziira

Comments
Loading...