Fana: At a Speed of Life!

Gulaallii duraa waancaa addunyaa 2022 Leesseettoo waliin taasifamuuf taphattoonni 24 waamaman

0 392
Finfinnee, Hagayya 11,2011(FBC)- Gareen kubbaa miillaa biyyoolessaa Ityoophiyaa tapha gulaallii duraa waancaa addunyaa 2022 Kwaataarif Leesseettoo waliin taasisuuf taphattoota 24 waamaman.
 
Tapha gulaallii duraa Leesseettoo waliin Hagayya 29 fi Qaammee 3,2011 gaggeeffamuuf leenjisaan garichaa Abrahaam Mabraatuun taphattoota 24f waamicha dhiyeessaniiru.
 
1 Jamaal Xaasaw; karra eegaa -Faasiil
 
2 Mintasinoot Alloo; karra eegaa – Baahir Daar
 
3 La’aalam Biraanuu; karra eegaa- Q/goorgiis
 
4 Aschaalaw Taammanaa; ittisaa- Q/goorgiis
 
5 Yaareed Baayyee; ittisaa- Faasiil
 
6 Aantanah Tasfaayee; ittisaa- Dirree Dawaa
 
7 Ramadaan Yasuuf; ittisaa- Sihuul Shiree
 
8 Amsaaluu Xilaahuun; ittisaa- Faasiil
 
9 Ahimad Rashiid; ittisaa- Buna Ityoophiyaa
 
10 Dastaa Dammuu; ittisaa- Walwaaloo Addigiraat
 
11 Yonaas Bartaa; ittisaa- Poolisii Kibbaa
 
12 Gaatooch Paanoom; jiddugala- Alguwaanaa
 
13 Amaanu’eel Yoonaas; jiddugala- Buna Ityoophiyaa
 
14 Kana’aan Maarkinah; jiddugala- Adaamaa
 
15 Haaydar Shariif; jiddugala- Maqalee 70 Indartaa
 
16 Shimallis Baqqalaa; jiddugala- Almakaasaa
 
17 Taaffasaa Salamoon; jiddugala- Hawaasaa
 
18 Suraafeel Daanyaachaw; jiddugala- Faasiil
 
19 Amaanu’eel G/mikaa’eel; jifataa- Maqalee 70 Indartaa
 
20 Umad Ukurii; jifataa- Alsumumaa
 
21 Biiniyaam Balaay; jifataa- Suuriyaans
 
22 Aaddiis Giday; jifataa- Buna Sidaamaa
 
23 Mujib Qaasiim; jifataa- Faasiil
 
24 Masfin Taaffasaa; jifataa- Hawaasaa
Comments
Loading...