Fana: At a Speed of Life!

Hoospitaalli Riifaraalii Dirree Dawaa Yuunvarsiitii Dirree Dawaaf dabarfamee laatame

0 222

Finfinnee, Hagayya 10,2011 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa hoospitaala ijaarsisaa xumuramaa jiru; Hoospitaala Riifaraalii Dirree Dawaa Yuunvarsiitii Dirree Dawaaf dabarsee laate.

Bulchiinsi magaalichaa yuunvarsiiticha waliin waliigalteerra ga’een, itti aanaan kantiibaa Dirree Dawaa Ahimad Buhii fi preezdaantiin yuunvarsiitichaa Dooktar Yaareed Maammoon har’a waliigaltee mallatteessaniiru.

Ijaarsi hoospitaalichaa xumuramee hoospitaala barnootaa addaa(Specialized Teaching Hospital) ta’uun ummataaf tajaajila kan laatu ta’a.

Comments
Loading...