Fana: At a Speed of Life!

Karoorri heeruma umrii malee ittisuu fi kittaanaa shamarranii dhaabsisu ifoome

0 193

Finfinnee, Hagayya 8,2011 (FBC) – Karoorri waggaa 5 heeruma umrii malee ittisuu fi kittaanaa shamarranii dhaabsisuuf qophaa’e ifoome.

Karoorri biyyoolessaa kun waggoottan shanan itti aananiif hojiirra kan ooludha.

Karoorichi bara Faranjootaa 2020 amma 2024tti hojiirra kan ooludha.

Sirna karooricha ifoomsuurratti preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi ministirri Ministeera Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Yaalam Tsaggaay hirmaataniiru.

Comments
Loading...